Pireemiriliigii Beetinig Itoophiyaan taphinni torbee lammaaffaan har'a ni geggeeffama.

75

Fulbaana 25/2015(TOI) - Pireemiriliigii Beetinig Itoophiyaa torbee lammaaffaan har'a taphoonni lama ni geggeeffamu.Istaadeemii Bahaar Daaritti, Bahaar Daar Kanamaafi Walqixee Kanamaan guyyaa saatii 7 irraatti, Arbaa Miinci Kanamaafi Itoophiyaa madin saatii 10tti ni taphatu.

Bor immoo Itiyoo Elekitirii, Quddus Goorgis waliin guyyaa saatii 7tti, Laga Xaafoo Laga Daadhiin immoo Dirre Dawaa kanamaa waliin saatii 10tti ni taphatu.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015