Pireezidaantiin Somaaliyaa Bulchiinsa Odeeffannoofi Tikaa daawwatan.

84

Fulbaana 18/2015(TOI) - Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mohaammad Bulchiinsa Odeeffannoofi Tikaa daawwatan.

Daarektarrii bulchiinsa odeeffannoofi Tikaa obbo Salamoon Sookaa pireezidaanitichaafi jila isaanii simataniiru.

Jiddugala egizibiishiinii dijitaalaafi Kalaqa Saayiberii bulchiinsichaas daawwachiisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015