Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu duulaan qulqulleeffame. - ENA Afaan Oromoo
Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu duulaan qulqulleeffame.
106
Fulbaana 15/2015(TOI) - Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu sagantaan duulaan qulqulleessuu raawwateera.
Duulaa qulqulleessuu kanarratti Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, abbootii amantaa, qondaaltota hojii mootumma olaanoo fi jiraattonni magaalattii hirmaataniiru.
Duulli qulqulleessuu kunis waliin jireenyaa hordoftoota amantaalee garaagaraa argisiisuu fi hawwii gaarii akka calaqqisiisan yaadamee qophaa’e.