Uummatoonni Godina Oomoo Kibbaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa birrii miliyoona 7 olitti tilmaamamu taasisan

76

Fulbaana 14/2015(TOI) - Uummatoonni Godina Oomoo Kibbaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf waantoota gatiin isaanii birrii miliyoona 7 olitti tilmaamamu deeggarsa taasisan.

Deeggarsicha kan fuudha deetaan ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Maartaa Liwiijii tokkummaa fi birmadummaa Itoophiyaa kabachiisuun itti fufsiis cimee qabsaa'aa kan jiru gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya cinaa waan dhaabbataniif galatoomaa jedhaniiru.

Godina Oomoo Kibbaatti Itti wamamaan gargaaraa Mootummaa obbo Loturuus Karii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dahoo ta'uu muli'isuuf waantoota adda addaa gatiin isaanii birrii miliyoonaa 7 fi kuma 136 baasan deeggarsa taasisneerra jedhaniiru.

Deeggarsi kun beelladoota qalmaaf oolaniifi Galaa biroo ta'uu himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015