Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Turki waliin mari’atan

61

Fulbaana 13/2015(TOI)- Itti aanaan Ministira Muummeefi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Turki Meeviluut Kaavuusoogiluu waliin mari’atan.

Anga’oonni lameen Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaa Niwuyoorkitti gaggeeffamaa jiru cinaatti mari’achuu ibsameera.Mariisaaniin, hariiroo gam-lamee biyyoota lameenii haala cimsuun danda’amurratti mari’achuu eerameera jechuu FBC gabaaser

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015