Dhaabbanni Godaantota Addunyaa meeshaalee yaala fayyaaf oolaan kan gatiin isaanii birrii miliyoona 1.9 baasu deeggarsa taasise.

70

Fulbaana 5/2015(TOI) - Dhaabbanni Godaantota Addunyaa meeshaalee yaala fayyaaf oolaan kan gatiin isaanii birrii miliyoona 1.9 baasu Instiitiyutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaaf deeggarsa taasise.

Instiitiyutichiis Dhaabbanni Godaantota Addunyaara deeggarsa tajaajilaaf isa gargaaru argachuu beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015