Gatii nageenyi qabu hubachuun tokkummaa biyyaaf dhaabbachuu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saayilewariq Zawudee.

72

Qaammee 3/20149TOI) - Gatii nageenyi qabu hubachuun tokkummaa biyyaaf dhaabbachuu qabna jedhan Pirezidaantiin FDRI Saayilewariq Zawudee.

Pireezidaanti Saayilewariq Zawudee guyyaa nageenyaa qaammee 3 ilaalchisuun Finfinnee naannawwaa Walloo Safar jedhamutti ''Utubaa Nageenyaa'' dhaabame ture eebbisuun bananiiru.

Guyyaan Nageenyaa kun bakka hoggantoonni Mootummaa, Abbootiin amantaafi keessummoonni biroon argamanitti sagantaa adda addaan kabajameera.

Sirna kanarratti Finfinnee naannawwaa Walloo safar jedhamutti Utubaan nageenyaa barreeffamoonni afaan adda addaan irratti barreeffame Pireezidaanti Saayilewariq Zawudeen eebbifameera.

Kaayyoon guyyaa nageenyaa nageenyi dhala namaaf barbaachisaa waan ta'eef namni hunduu xiyyeeffannoo kenneefi akka hojjetu yaadameetu jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015