Yaadannoon waggaa 1ffaa gareen shororkeessaa ABUT lammilee nagaa jumlaan fixe Ciinaatti geggeeffama jira.

98

Hagayya 29/2014(TOI) - Yaadannoon waggaa 1ffaa gareen shororkeessaa ABUT Ciinaatti lammilee nagaa jumlaan fixe Ciinaatti geggeeffama jira.

Sagantaa kanarratti Pirezidaantiin naannoo Amahaaraa doktar Yiliqaan Kaffaaloo, Ministira Indastirii obbo Malaakuu Alabal akkasuma hoggantoonni mootummaa biroonifi hoggansi raayyaa ittisa biyyaa argamuu ragaan AMC irraa argame ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015