Finfinneetti pirojeektoonni birrii miliyoona 818'n guyoota 60 keessatti hojjetaman eebbifaman

56

Hagayya 22/2014(TOI) - Finfinneetti pirojeektoonni birrii miliyoona 818'n guyoota 60 keessatti hojjetaman eebbifaman

Eebba pirojeektota kanaarratti kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Pirojeektoonni namootarratti xiyyeeffatamuun hojjetaman kunneen qonna magaalaa, jiddugala manguddoota sooru, jiddugalaawwan gurgurtaa daabboo Shaggarfaadha.

Aadde Adaanech sirina eebba pirojeektootaa kanarratti akka dubbatanitti pirojeektonni kunneen gaaffii misoomaa uummanni kutaa magaalichaa qabu kanneen deebisanidha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015