Manni Maree Ministirotaa dhimmo add addaarratti mari'achuun murtoo dabarse.

73

Hagayya 13/2014(TOI) - Manni Maree Ministirotaa walgahii idilee 12ffaasaa guyyaa har'aa taa'een dhimmoota garaa garaa irratti mari'achuun murtoo dabarseera.

Manni Marichaa wixinee labsii sanyiiwwan biqiltootaa irratti bahee fi hariiroo oomishitootaa murteessuuf labsii ba’erratti mari’achuun akka ragga’uuf Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti qajeelcheera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015