Balalliin xiyyaaraa Magaalaa Maaniilaa adda cite ture eegale

64

Adoolessa 29/2014(TOI) - Giddugala daldalaafi faayinaansii Filiippiinsi kan taatee Magaalaa Maaniilaatti balalliin xiyyaaraa addaan cite ture eegaluu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise.

Haaluma kanaan balalliin Xiyyaaraa gara Magaalaa Maaniilaatti taasifamu torbanitti guyyaa sadii ta’uusaa odeeffannoon daandii qilleensaarraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015