Waltajjiin Marii Obbolummaa Oromiyaa Fi Amaaraa Cimu Boru Magaagaa Ambootti Ni Adeemsifama

107


Itti gaafatamaan biiroo komunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Admaasuu Daamxoo tajaajila oduu Itiyoophiyaaf akka ibsanitti, hooggantoota dabalatee hirmaattonni naannolee lamaanirraa bakka bu'an 1000 ol ta'an marii kanarratti ni hirmaatu.

Mariin kun boru magaalaa Amboo galma Yuunivarsiitii Ambootti kan adeemsifamu yoo ta'u, guyyaa har'aas bulchiinsa godina addaa Oromiyaa magaalaa Burraayyuu riizoortii Guuteetti keessummootaaf simannaan akka taasifamu  obbo Admaasuun eeraniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015