Obbo Addisuu Araggaa Itti Gaafatamaa Waajjira Giddugaleessaa ODP ta’uudhan muudaman

95

Ebla 10/2011 - Obbo Addisuu Araggaa itti gaafatamaa Waajjira Giddugaleessaa ODP ta’uudhan muudaman.

Obbo Addisuun Dr Alamuu Simee bakka bu’uudhani itti gaafatamummaan kan muudaman.

Obbo Addisuu Araggaan itti gaafatamaa ijaarsa siyaasa baadiyyaa ODP ta’uudhan tajaajilaa turaniiru.

Maddi :- OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015