Miseensonni Koree Giddu Galeessaa Paartii Badhaadhinaa Magaaalaa Finfinnee pirojektii Aduwaa 00 hojjetamaa jiru daawwatan. - ENA Afaan Oromoo
Miseensonni Koree Giddu Galeessaa Paartii Badhaadhinaa Magaaalaa Finfinnee pirojektii Aduwaa 00 hojjetamaa jiru daawwatan.
83
Waxabajjii 20/2014(TOI) - Miseensonni Koree Giddu Galeessaa Paartii Badhaadhinaa Magaaalaa Finfinnee pirojektii Aduwaa 00 hojjetamaa jiru kan daawwatan yoo ta'u,Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee karoora pirojeektichaa, qabiyyeefi faayidaa akkasumas sadarkaa pirojaktichi irra jirurratti ibsa kennaniiru.
Koreen Giddu Galeessaa Paartii Badhaadhinaa dhimmoota nageenyaa biyyaa, misoomaafi sirna dimokiraasii irratti guyyoota 2’f mari’achuun kallattii kaa'uun kaleessa walgahiisaa xummuruun ni yaadatama.