Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa har’a jalqabe

86

Waxabajjii 15/2014 (TOI) – Koreen Hojii Raawwachiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa har’a gaggeessuu eegaleera.

Koreen Hojii Raawachiiftuu walga'ii har’a eegaleen, dhimmoota yeroo biyyaalessaa murteessoo ta'anirratti mari’achuun kallattii hojii fuulduraa ni kaa’aan kan eegamuu ta’uu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argamee ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015