Bakkeewwan haleellaan itti raawwatameetti nageenyaafi tasgabbii waaraa buusuun ammaas xiyyeeffaannoon kan hojjennuu ta'a.

53

Waxabajjii, 13/2014(TOI) – Bakkeewwan haleellaan itti raawwatameetti nageenyaafi tasgabbii waaraa buusuuf ammaas xiyyeeffaannoon kan hojjennuu ta'a jedhan Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad.

Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii barbadeessaniif obsa hin qabnu s jedhaniiru.

Tibbana Naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Oromiyaatti gochaan suukaneessaa shororkeessitootaan lammiiee nagaarratti raawwatameef obsuu hin dandeenyu jechuun karaa miidiyaa hawaasummaa isaa dhaamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015