Yuunivarsitiin Haramaayaa Qonnaan Bultoota Naannawwaatiif deeggarsa sanyii filatamaa birrii miiliyoona 2.5 ol baasuu taasise.

91

Waxabajjii 8/2014(TOI) - Yuunivarsitiin Haramaayaa Qonnaan Bultoota Naannawwaatiif deeggarsa sanyii filatamaa birrii miiliyoona 2.5 ol baasuu taasise.

Itti aanaan dhimma Qorannoo Yuunivarsiiticha Dr.Tasfaayee akka himanitti yuunivarsiitichi Qonnaan bultoota sababa hanqina roobaatiin sanyiin facaasan jalaa bade 500f sanyii Dinnichaa, Boqqolloo fi Atoo yaroo Gabaabaa keessatti Oomisha kennuu danda'u fi Caama dandamachuu danda'u Kuntaala 700 Qonnaan Bultoota Naannawaatiif deeggarsaan kennuufi hiamniiru. Kan Kennan tahu dubbataniiru.

Jiraattonni Aanaa Haramaayaa fi Kombolchaa Sanyiin facaasan sababa hanqina roobaatiin jalaa manca'uu himuun deeggarsa Sanyii filatamaa Yuunivarsitiin Haramaayaa godheefitti akka gammadan dubbataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015