Feestivaalli Aadaafi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa Finfinneetti jalqabame

70

Waxabajjii 7/2014(TOI) - Feestivaalli Aadaafi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa Finfinnee, Addababa’ii Masqalaatti jalqabameera.

Saganticharratti biyyoonni Afrikaa Bahaa aadaafi aartiiwwan garagaraa ni dhiyyessu jedhameera.

Argisiisni kunis aadaafi duudhaa biyyoota Afrikaa Bahaa walbarsiisuuf gargaara jedhameera.

\Sagantucharratti biyyoonni Afrikaa Bahaa aadaafi aartiisaanii argisiisaa jiraachuun eerameera. Feestivaalli kun guyyoota shaniif itti fufa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015