Doktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa laatan

91

Caamsaa 26/2014 (TOI) – Minisittirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa laataniiru.

Haaluma kanaan:-
1.Obbo Heenook Warquu, Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Inarjii fi Boba’aa,

2.Obbo Kaaliid Abduraahimaan, Waajjira Muummee Ministiraatti Ministir Deetaatti hordoffii Proojektootaa,

3.Obbo Wandimmuu Seetaa Ministir Deetaa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa,

4.Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, Gorsaa Tika nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa taasiisuun muudaniiru.

Dabalataan Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama namoota lamaa akka mirkaneessu kan gaafatan yoo ta’uu,

  1. Aadde Masarat Daamxee, Oodiitara Olaantuu Waajjira Odiitara Federaalaa,
  2. Obbo Abarraa Taaddasaa, Itti Aanaa Oodiitara Olaanaa Waajjira Odiitara Muummichaa taasiisuun dhiyeessaniiru.
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015