Magaalaa Hawaasaatti wallitti bu'insa daangaa naannoleerratti mudatu furuuf haala dandeesisuurratti mari'atama jira.

129

Caamsaa 23/2014(TOI) - Magaalaa Hawaasaatti wallitti bu'insa daangaa naannolee Oromiyaa fi Sidaamaatti darbee darbee mudatu furuuf haala dandeesisuurratti mari'atama jira.

Waltajjii marii kanarratti naannolee lamaan irrayyuu hoggantoonni, jarsooliin biyyaa, abbootiin gadaa, abbootiin amantaa,fi kanneen dhimmi ilaallatu biroon argamaniir

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015