Humna adda naannoo Kibbaa dirqama duula birmadummaa biyyaa kabachiisuurratti kennamef hojiirra oolchaaniif sirni beekamtii laachuu geggeeffama jira.

147

Caamsaa 20/2014(TOI) - Humna adda naannoo saboota, sablammootafi uummatoota Itoophiyaa Itoophiyaa badiirraa baraaruuf duula birmadummaa biyyaa kabachiisurratti dirqama isaanii bahaanif sirni beekamtiifi sadarkaa guddina kennamaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti kennamaa jira.

Sirna kanarratti pireezidaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawu dabalatee hoggantoonni raayyaa Ittisa Biyyaa, Polisii Federaalaafi hoggantoonnii mootummaa naannoofi godinalee argamaniitru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015