Yaa’iin addaa Gamtaa Afrikaa magaalaa Maalaabootti eegalame

61

Caamsaa 19/2014 (TOI) – Yaa’iin addaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Ikuwaatooriyaal Giinii Magaalaa Maalaabootti gaggeeffamuu eegaleera.

Yaa’ichaan dhimmoota shororkeessummaa fi adeemsa karaa seeraan alaa aangoo qabachuuf taasifamu haala ittisuun danda’amurratti ni mari’atame jedhamee kan eegamu ta’uu ibsameera.

Yaa'ii kanarratti Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015