Waltajjiin mariin hawaasa daldalaaf qophaa'ee magaalaa Hawaasaatti geggeeffama jira.

54

Caamsaa 4/20149TOI) - ''Gahee lammilee kallattiin badhaadhina hunda galeessaf'' mata duree jedhuun mariin biyyaaleessaa hawaasa daldalaaf qophaa'ee magaalaa Hawaasaatti geggeeffama jira.

Waltajji kanas hogganaa kan jiran damee ijaaraa Paartii badhaadhina bulchiinsa magaalaa Hawaasaa obbo Zamaach Irxibaa dha.

Marii kanarratti hawaasni daldalaa 900 magaalaa Hawaasaarra hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015