‘’Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasaa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina".

72

Ebla 24/2014(TOI) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasaa cimsuun olaantummaa seeraa akka mirkaneessuuf hojjetu beeksise.

Humnoonni biyya keessaa fi alaa nageenya ummattootaa biyyattii diiguu fi tokkummaa hawaasichaa bittinneessuuf yaalan jiraachuu eereera.

Hawaasni mootummaa cinaa dhaabbachuun olaantummaa seeraa kabachiisuu fi humnoota badii kanneen to’annoo jala oolchuuf tumsuu akka qabus dhaameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015