Doktar Abiy Ahimad abbootii Amantaa Kiristiyaanaa fi Islaamaaf affeerraa dhiyanaa taasisaan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad abbootii Amantaa Kiristiyaanaa fi Islaamaaf affeerraa dhiyanaa taasisaan
60
Ebla 24/2014 (TOI) –Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad abbootii Amantaa Kiristiyaanaa fi Islaamaaf kaleessa affeerraa dhiyanaa taasisaniiru.
Saganicharratti hoggantoonni manneen amantaa garaagaraa argamaniiru.
Rakkoo Itoophiyaa muudate ce'uuf mootummaa fi Abbootiin Amantaa waloon haala hojjechuu danda'anirratti marii taasiisuu isaanii ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni muul'isa.