Odeeffanno uummata walitti buusu kanneen tamsaasan hawaasni karaa toora bilbila tolaa 9192 eeruu akka kennu gaafatame.

101

Ebla 20/2014(TOI) - Odeeffannoo jibbaafi uumata walitti buusu kanneen tamsaasan hawaasni karaa toora bilbila tolaa 9192 eeruu akka kennu gaafatame

Keessaayyu karaa dhaabbilee Miidiyaa,Chaanaal Youtube fi kanneen biroon yoo argu karaa bilbila tolaa 9192 Abbaa Taayitaa Miidiyaaleef eeru akka keennu gaafatameera.

Fedhii adda addaa kanneen qaban odeeffannoo hin mirkanoofneefi soba ta'e tamsaasuun uummata walitti buusuf yaalii gochaa akka jiran yeroo adda addaatti ibsamaa turuun ni yaadatama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015