
Ebla 20/2014(TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahmad ayyaana bara haaraa Sidaamaa Fiichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaan
Doktar Abiy Ahmad karaa miidiyaa hawaasumaa isaanii Afaan Sidaamaan dabarsaniin, kanneen ayyannicha kabajan maraaf Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana gaarii akka ta’uu hawwaniiru