Ebla 20/2014(TOI) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Hawaasaa gale.
Jilli kun ayyaana Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Caambalaalaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Hawaasaa galeera.