Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad Imaanu'eel Makrooniif ergaa baga gammaddanii dabarsan.

55

Ebla 16/2014(TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad, filannoo pireezidaantummaa Firaansiin yeroo 2ffaaf kan injifatan Imaanu'eel Maakrooniif erga baga gammadanii dabarsan.

Pireezidaanti Maakroon, morkattuu isaanii Mariin Le Pen, bu'aa filannoo lakkaa'ame keessaa harka 58 argachuun injifatan.

Kanuma bu'uureeffachuun doktar Abiyyi Ahmad, ergaa baga gammadanii karaa tiwitara isaaniin dabarsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015