Ambaasaaddar Yibalxaan Ayimiroo Sudaanitti ambaasaaddara Gamtaa Immireetota Arabaa Hamaad Mohaammad Aljinab waliin mari'atan.

59

Eebila 05/20149TOI0 - Sudaanitti ambaasaaddar guutuu Itoophiyaa ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti ambaasaaddara Gamtaa immireetota Arabaa amabaasaadar Hamaad Mohaammad Aljinab waliin dhimma waloo biyyoota lameenirratti mari'atan.

Marii kanaanis Walitti dhufeenyaa Itoophiyaafi Gamtaa Immiretoota Arabaa, haala dhimmoota Itoophiyaa fi Sudaan, walitti dhufeenyaa Sudaaniifi Itoophiyaa akkasuma dhimmoota biroo irratti mari'achuu ragaan Minsteera dhimma alaarra argame ni muli'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015