‘’Baatiin Ramadaana guddichaa dhiifama kan itti waliif goonudha"

135

Bitootessa 22/2014(TOI) - ‘’Baatiin Ramadaana guddichaa dhiifama kan itti waliif goonudhan Pireezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaama Itoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis.

Muftii Hajii Umar Idiriis, sooma baatii Ramadaana guddichaa ilaalchisuun ibsa kennaiiru.

Baatiin Ramadaanaa musiliimonni ofiisaanii nyaataafi dhugaattirraa kan fagaatan qofa osoo hin taane ofii isaanii Allaah waliin kan dhiyaatanifi miira dhuunfaa isaaniifi ofittummaa isaaniirraa kan fagaatan ta’uu himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015