Pireezidaantiin Jibuutii, daawwannaa hojii isaanii xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’an. - ENA Afaan Oromoo
Pireezidaantiin Jibuutii, daawwannaa hojii isaanii xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’an.
76
Bitootessa 20/2014(TOI) - Pireezidaantiin Jibuutii, daawwannaa hojii Itoophiyaatti taasisaa turan xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’an.
Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omaar Giileen Itoophiyaatti daawwannaa hojii guyyoota 2 taasisaa turaniiru.
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Buufata Xiyyaara Idil-Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaniiru.