Bilaateetti buufa xayyaara birrii miiliyoona 2.3'n ijaaramuuf dhagaan bu'uura kaa'ame

57

Bitootessa 17/2014(TOI) - Bilaateetti buufa xayyaaraa birrii miiliyoona 2.3'n ijaaramuuf dhagaan bu'uura kaa'ame.

Dhagaa bu'uura kanas kan kaa'an Ministira Raayyaa Ittisa biyyaa doktar Abirahaam Balaay, Intamajoor shuumii waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa FDRI fiilid marshaal Biraanuu Juulaafi Pireezidantii naannoo Saboota, Sablammoota fi uummatoota Kibbbaa obbo Ristuu Yirdawudha.

Ijaarsi buufata xayyaaraa kun daandii aspaaltii keessa keessaa kiiloometira 75 kan dabalatedha jedhamera.

Har'a sirni eebba humna duula addaafi humna Rippabilikaaniis Bilaateetti ni geggeeffama jedhameera.

Kennaan meedaaliyaas ni kennama jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015