Manni Maree Naannoo Kibbaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale

59

Finfinnee, Bitootessa 9/2014 (TOI) – Manni Maree Naannoo Kibbaa Yaa’ii Idilee 6ffaa waggaa 1ffaaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan raawwiin hojii mootummaa baatiwwan jahaa dhiyaachuun irratti mari’atama jedhame.

Wixineewwan labsii garaagaraa fi muudamoota dhiyaatanirratti mari’achuun ni raggaasiisaan eegama.

Yaa’ichi har’aa eegalee guyyoota itti aanaan sadiif kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015