
Bitootessa 8/2014(TOI) – Ministeerrii dhimma alaa ambaasaaddaroota dhiheenya muudaman biyya kamitti akka ramadaman ifa godhe.
Dubbi himaan Ministira dhimma alaa ambaasaaddar Diinaa Muftii har’a miidiyaaleef ibsa laataniiru.
Ibsa isaaniinis akka himanitti Mudde 18/2014 pirezidaantii FDRI Saahileewariq Zawudee ambaasaaddaroota guutuu fi ambaasaaddaroota Itoophiyaa biyyoota adda addaatti bakka bu’aan muuduusaanii yaadachiisaniiru.
Haaluma kanaan ambaasaaddaroonni kunneen biyyi isaan itti ramadaman,
1. Ambaasaaddar Tafarraa Darriboowu – Jaappaan
2. Ambaasaaddar Dassee Daalkee – Kooriyaa kibbaa
3. Ambaasaaddar doktar Silashii Baqqalaa – Ameerikaa
4. Ambaasaaddar Baacaa Dabalee – Keeniyaa
5. Ambaasaaddar Hasan Ibraahiim – Gibtsi
6. Ambaasaaddar Dhaabaa Dabalee – Ruwaandaa
7. Ambaasaaddar Jamaal Bakar – Paakistaan
8. Ambaasaaddar Faayisaal Aliyyuu – Koowataar
9. Ambaasaaddar Isaayyaas Gootaa – Morookoo
10. Ambaasaaddar Tsaggaa’ab Kibaboo – Awustiraaliyaa
11. Ambaasaaddar Mirata’aab Mulugeetaa – Siwiidin
12. Ambaasaaddar Fiqaaduu Bayyanaa Ertiriyaa
Teessoo isaaanii Finfinnee taasifachuun kanneen biyyoota adda addaatti muudaman;
13. Ambaasaaddar Xaafaa Tulluu – Biraaziil
14. Ambaasaaddar doktar Gannat Tashoomee – Kuubaa
15. Ambaasaaddar Shittaayee Minaalee – Kotidivoor
16. Ambaasaaddar Piroofeesar Fiqaaduu Bayyaa- Indooneeziyaa
17. Ambaasaaddar Rashiid Mahaammud – Zimbaabuwee
Ambaasaaddaroota Qosilaa jeneeraalatti ramadaman keessaa;
18. Ambaasaaddar Anteenehee Taarikuun- Gadarifii
19. Ambaasaaddar Akiliiluu Kabbadaa – Dubaay
20. Ambaasaaddar Sayiid Mahaammad – Hargeessaa
21. Ambaasaaddar Awal Wagiriis – Bariiheen
Itti aantoota hoggansa Misiiyoonii ta’anii kanneen muudaman,
22. Ambaasaaddar Asaayyee Alaamaayyoo – Gaanaa
23. Ambaasaaddat Hayilaay Birhaanee – Jarman
24. Ambaasaaddar Buzuneesh Masarat – Hindi
25. Ambaasaaddar Yuuseef Kaasayee – Niwuyoorki
26. Ambaasaaddar Zalaaleem Biraanuu – Washingteen
27. Ambaasaaddar Firtuunaa Dibaakoo – Belljiyeem
28. Ambaasaaddar Warqaalamaawu Dastaa – Keeniyaa
29. Ambaasaaddar Hubisheet Damisee – Ingiliiz
30. Ambaasaaddar Muligeetaa Kalilii – Paakistaan