Gamoon waajjira muummee Paartii Badhaadhinaa eebbifame.

59

Bitootessa 05/2014(TOI) - Gamoon waajjira muummee paartii Badhaadhinaa paartichi ijaarsise har'a eebbifame.

Gamicha pireezidaantiin paartichaa doktar Abiy Ahimad, Itti aantoonni pireezidaantii paartichaa obbo Dammaqaa Mokonniin fi obbo Adaam Faaraah eebbisaniiru.

Eebba gamoo waajjira muummee paartichaarratti miseensoonni koree jiddugaleessaa fi hojii raawwachiftuu akkasumas hoggantoonni paartichaa biroon argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015