Paartiin Badhaadhinaa Itoophiyaa yaaddoo diigamuurraa baraareera.

66

Bitootessa 1/2014(TOI) - Uumamuun Paartii Badhaadhinaa Itoophiyaa yaaddoo diigamuurraa kan baraate ta'uu Paartii Badhaadhinaatti itti gaafatamaan damee qunnamtii uummataafi alaa doktar Biqilaa Hurriisaa himan.

Paartichi Paartii yeroo rakkoo qaqqabaa ta'e, hirmaachisaafi ceesisaa ta'u qabatamaan agarsiisedha jedhaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa bor irraa eegalee mata duree Qormaatarraa gara badhaadhinaatti jedhuun guyyoota 3 ni geggeeffata.

Doktar Biqilaa Hurriisaa yaa'icha ilaalchisuun ibsa laataniiru.

Ibsa isaaniinis Paartiin Badhaadhinaa umamuu isaan Itoophiyaa yaaddoo diigamuurraa baraareera jedhaniiru.

Itoophiyaatti maqaa deeggartoota jedhu kannamuufis hoggansa biyyaa keessatti akka hin hirmaannee dhiibamaa kan tiran ofitti dabaluun hirmaachisa ta'uu isaa mirkaneessera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015