Pireezdaant Saahilawarq Zawdeen ergaa baga gammaddanii dabarsan

70

Finfinnee, Gurraandhala 13/2014 (TOI) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Pireezdaant Saahilawarq qaamolee milkaa’ina hidha haaromsaaf fayyaa itti dhabanii fi lubbii itti wareegan, fayidaa biyyaa dabarsee hin kennu jechuun falmaa turan, waan qabanirraa qoodanii kanneen gumaachan hundaan baga gammaddan jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015