Dhimma Marii Biyyalessa irratti waltajjiin hubannoo uumuu taa’amaa jira.

78

Guraandhala 12/2014(TOI) - Dhimma Marii Biyyalessa irratti waltajjiin hubannoo uumuu taa’amaa jira.

Dhimma Marii biyyaalessaa irratti waltajjiin hubannoo uumuu Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti taa’amaa jira.

Mariin biyyaalessaa hunda hammate kun mata duree ‘’Waliigaltee biyyaafi nageenya itti fufaaf’’ jedhuun taa’amaa jira.

Maricharratti Kantiibaan Magaalaa Dirree Dhawaa obbo Kadir Juhaarii fi Deetaan Ministira Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa argamaniiru.

Hayyoonni barreeffama marichaaf ta’u dhiyeessuun, mariin irratti ni gaggeeffama jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015