Hoggantoonni naannoo Kibbaa hojii misooma Bunaa Kambaataa daawwatan.

69

Gurraandhala 11/2014(TOI) - Hoggantoonni olaanoo naannoo saboota, sablammoota fi uummatoota Kibbaa hojiin Misooma Buna Kambaataa maal irra akka jiru daawwatan.

Hojii buna dullomee gamashuufi kununsa taasifamafii jiru daawwachuun kanneen hojii oomisha bunaa kanarratti hirmaachaa jiranis jajjabeessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015