Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Gamtaa Awurooppaatti Komishinaara deeggarsa idil addunyaa Yuuttaa Arpilaan waliin mari'atan.

73

Gurraandhala 9/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Gamtaa Awurooppaatti Komishinaara deeggarsa idil addunyaa waliin mari'atan.

Doktar Abiy Ahimad karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Yuuttaa Arpiilaan waliin wal agarree Itoophiyaan badhaadhina isheef tattaaffii taasisaa jirturratti mari'anneera" jedhaniiru.

Deeggarsa waloo keenyaas cimsuuf haalota dandeessisu irraattis mari'achuu isaanii himaniiru.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad yaa'ii Gamataa Afrikaa fi Awurooppaa 6ffaarratti hirmaachuuf har'a Beeljiyeem Biraasil galuun isaanii ni yaadatama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015