Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Pirezedaantii Burundii waliin mari'aatn.

55

Amajji 30/2014(TOI) - Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Pirezedaantii Burundii Evaarist Daayishimee waliin mari'aatn.

Ministirri Muummee karaa fuula miidiyaa hawaasaasaanii akka jedhanitti,Pirezedaanticha waliin marii bu'a qabeessa ta'e mari'achuusaanii himan.

Hoggantoonni lameen mariisaanii kanaan dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii akkaataa itti cimsuun danda'amurratti akkasumas Ardii Afriikaarratti qindoominaan akkaataatti hojjechuun danda'amurratti mari'achuusaanii eerameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015