Walgahiin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan har'a ni eegala

62

Amajjii 25/2014 (TOI) - Walga'iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan har'a Finfinneetti.Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraa walga'ii marsaa 40ffaa kanarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015