Doktar Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinootaa ilaalchisee mootummaa fi uummata Chaayinaaf ergaa baga geessanii dabarsan

101

Amajjii 23/2014 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad mootummaa fi uummata Chaayinaaf ergaa bara haaraa baga geessanii dabarsan.

Yeroo rakkootti deeggarsa Chaayinaan Itoophiyaaf taasifteef mootummaa fi uummani galata dhiyeessuu ibsaniiru.