Daandiin Xayyaraa Itoophiyaa Xiyyaara Booying Maaks 737 guyyoota mursaan bood agara balalliitti deebisuuf.

266

Amajjii 16/2014 (TOI)- Daandiin Xayyaaraa Itoophiyaa Xiyyaara Booying Maaks 737 guyyoota muraasaan booda gara balalliitti deebisuuf qophii barbaachisaa xumaramuu beeksise.

Hanga ammatti Booying daandiiwwan qilleensa 36 gara tajaajilaa daldalaa laachuutti kan deebi’aan yoo ta’uu, balalliiwwan kuma dhibba 3 fi kuma 30 akka taasisaniis ibsameera.

Xiyyaaroota Booying Maaks 737, FAA, EASA,CAAC,ECAA fi kanneen biroon mirkaneessi ga’uumsaa erga laatameefi booda gara balalliitti kan deebi’aan ni taasifama jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015