Obbo Ristuu Yirdaawu Jijjigaa galan. - ENA Afaan Oromoo
Obbo Ristuu Yirdaawu Jijjigaa galan.
68
Amajji, 12/2014(TOI) - Jilli Pireezidaantii naannoo saboota, sablamootaa fi Uummatoota kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun durfamu naannoo Somaaleetti lammilee sababa hongeen miidhamaniif gargaarsa taasisuuf Jijjigaa galeera.
Pireezidaantiin naaannoo Somaalee fi hoggantoonni biroo naannicha jila kana bufata xayaaraa idil addunya Garaadi walwal jijjiigaatti argamuutti simannaa taasisaniifiru.