Bulchiinsi magaalichaa lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiise

75

Amajjii 8/2014 (TOI) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.

Bulchiinsi magaalichaa marsaa duraan deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 51 ol taasiisuun kan yaadatamuudha.

Guyyaa har'aa ammoo nyaata loonii, Boottewwan Bishaanii, Qoricha yaala Fayyaa fi midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu deeggarsa taasiisu Ragaan Bulchiinsa magaalichaarraa argame ni muul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015