Obbo Jawaar Mohaammadfaa dabalate hidhamtoonni siyaasaaf taasifame.

148

Oduu Ammee!

Obbo Jawaar Mohaammadfaa dabalate hidhamtoonni siyaasaaf dhiifamni taasifame.

Mudde 29/2014(TOI) - Tokkummaa Sabdaneessuummaafi Nageenya waaraaf jecha Mootummaan hidhamtoota siyaasaa dhiifamaan gadii lakkiseera.

Namoonni gadii lakkifamanis

  • Obboo Sibhaat Naggaa,
  • Qiddusaan Naggaa,
  • Abbaay Walduu,
  • Abaadi Zamuu,
  • Muluu G/Igzi'aabheer,
  • Kiroos Hagoos,
  • Obbo Jawaar Mohaammadiifi namoota galmee isaani jalatti himataman,
  • Obbo Iskindir Naggaafi namoota galmee isaani jalatti himataman ta'u Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015