Ministeerri Nageenyaa fi hojjetoonni isaa naannoo Affaaritti lammilee sababa waranaan miidhamaniif deeggarsa birri miiliyoona 15 taasisan. - ENA Afaan Oromoo
Ministeerri Nageenyaa fi hojjetoonni isaa naannoo Affaaritti lammilee sababa waranaan miidhamaniif deeggarsa birri miiliyoona 15 taasisan.
54
Mudde, 25/2014(TOI) - Ministeerri Nageenyaa fi hojjetoonni isaa naannoo Affaaritti lammilee sababa waranaan miidhamaniif deeggarsa birri miiliyoona 15 taasisan.
Deeggarsa taasifame kanas Ministirri Nagenyaa obbo Binnaalif Andu'aleem pirezidantii naannoo Affaar obbo Awal Arbaatti dabarsanii kennaniiru.
Itoophiyaa haa misoomsinu, haa ijaarru, haa qophoofnu
Biyya karaa itti fufinsa qabuun haa misoomsinu
Kan diigame kan duraa caalchifnee haa ijaarru
Qormaata kamiifiyyuu haa qophoofnu