''Warri talaalli hin fudhanne har'a,bor osoo hinbjedhiin talaalii fudhadhaa''

122

Mudde,23/2014(TOI) - ''Warri talaalli COVID - 19 hin fudhanne har'a,bor osoo hinbjedhiin talaalii fudhadhaa'' jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa doktar Liyaa Taaddasaa

Doktar Liyaan yeroo ammaa tatamsa'insii vaayiraasii koroonaa haalaan waan dabaleef hawaasni vaayirasicha ittisuuf ofeeggannoo barbaachisaa hundaa gochuu akka qabu dhaamaniiru.

Talaaliin vaayiraasiii Koronaa buufatalee fayyaa hundaatti akka argamus doktar Liyaan himaniiru.

Doktar Liyaa Taaddasaan karaa miidiyaa hawaasumaa isaanii ergaa dabarsaniin "Akka koo erga talaalii Vaayirasii Koroonaa fudhatanii baatii 6 kanneen guuttanni talaalii dabalataa(Booster Dose) fudhadhaa jedhaniiru.

Itoophiyaa Misoomsuufi ijaaruuf haa qophoofnu ‼️
Karaa itti fufinsa qabuun biyya haa misoomsinu ‼️
Qabeenya manca'e kan duraa caalchifnee haa misoomsinu‼️
Qormaata kamiifiyyuu haa qophoofnu‼️

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015